Lammiileen Itoophiyaa 138 Miyaanmaar keessatti dirqiin qabamnii kaampii hojii yakka saayibarii hojjetu keessa hidhamanii ...
Paaspoortin sadarkaa isaa eeggateefi istaandaardii idiladdunyaa qabatee yeroo jalqabaaf kan hojiirra oole Waraana Addunyaa ...
ጀርመናዊውያኑ ዶ/ር ሮኒ ማየር እና ዶ/ር ዶ/ር አንድሪያስ ቬተር የትውልደ ኢትዮጵያ ጀርመናዊው ዶ/ር ጌቴ ገላዬ የሞያ ሃጋር የአማርኛ መምሕራን ናቸው። አማርኛን እንደ ውጭ ቋንቋ ማስተማር ነው ...
Abdii Qophee abbaan walaloo fi yeedalloo Oromoo kan moggaasni maqaa “Insaaykiloopidiyaa Afaan Oromoo” jedhu argateera. Maqaan isaa guutuun qabsaa’aa kanaa Abdii Mohaammad Yusuuf qophii Raadiyoo Harar ...
Bara 2022 kaasee badhaasa ogbarruu akka biyyattiitti kan jalqabaa ta’ee fi barreessaa hangafa Asoosama Afaan Oromoo ammayyaa Gaaddisaa Birruu yaadachuuf maqaa ‘Badhaasa Gaaddisaa’ jedhuun moggaafame ...